Borana Tech

Borana Tech Technology hacks. Tricks. Useful in the,.

Nuti amma dura lafa dubbiin geesse irra deebiidhaan himaa turre. Mooraan Bilxiginnaa garuu reefu bakka dubbiin geette hu...
01/08/2025

Nuti amma dura lafa dubbiin geesse irra deebiidhaan himaa turre. Mooraan Bilxiginnaa garuu reefu bakka dubbiin geette hubataa jira natti fakkaate.

Murtiin Seattle kun hedduu isaan rifachiisee jira! Dur guyyaatti si’uma takkaa lama deebii kennu turan. Amma sa’aatii sa’aatiidhaan deebii kennaa jiru🙂

Hubadhaa ~ Gaafa Wayyaaneen kufuuf qarqararra geette san Oromo Leadership convention Atlaantaatti gaggeeffamee ture. Hoggansa siyaasaa hedduutu irratti argame. Warri qindeesse akka Mootummaan sun kufu dhibbaan dhibbatti itti amaneeti.

Gaafasis warra jijjiiramni hin dhufu jedhaa turantu turan. Garuu bariidhuma san Wayyaaneen aangoorraa qaarite. Normally, mootummaan tokko kufuu isaatin dura mallattoowwan mul’atantu jira. Wanti amma argitan kunis mallattoowwan san keessaa isa tokko. Silas, osoo dhuguma waan gatii hin qabne tahee maalif mooran isaanii dirmammaa’a?

Chelsean Taphattoota 15 gadhisuuf isaanis 😳👋🇫🇷 Christopher Nkunku🇫🇷 Axel Disasi🇫🇷 Benoît Badiashile🇫🇷 Lesley Ugochukwu🏴󠁧...
01/08/2025

Chelsean Taphattoota 15 gadhisuuf isaanis
😳👋

🇫🇷 Christopher Nkunku
🇫🇷 Axel Disasi
🇫🇷 Benoît Badiashile
🇫🇷 Lesley Ugochukwu
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Ben Chilwell
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Raheem Sterling
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Alfie Gilchrist
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Carney Chukwuemeka
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Kiernan Dewsbury-Hall
🇸🇳 Nicolas Jackson
🇪🇸 Marc Guiu
🇵🇹 Renato Veiga
🇦🇷 Aaron Anselmino
🇦🇱 Armando Broja
🇨🇮 David Datro Fofana

First Step
01/08/2025

First Step

🚨 Haalli Viktor Gyökeres fi Sporting gidduu jiru walxaxaa dhufeera, sa'aatii muraasa darban keessatti taphataa sarara fu...
07/07/2025

🚨 Haalli Viktor Gyökeres fi Sporting gidduu jiru walxaxaa dhufeera, sa'aatii muraasa darban keessatti taphataa sarara fuulduraa kun gara Arsenaal qofa deemuu akka barbaadu irra deebi'ee dubbateera, shaakala irrattis hin dhiyaanne ykn garee Poorchugaal taphachuu akka dide jira. ❌😬

Address

Kazanchis, Arada Subcity
Addis Ababa
0022

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Borana Tech posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Borana Tech:

Share