Oromiasteelpipemill

Oromiasteelpipemill Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromiasteelpipemill, Industrial Company, Bole Road, Bitweded Bahiru Abreham Tower, Addis Ababa.

OROMIA STEEL PIPE MILL PLC (OSPM) is located in OROMIA Regional Government, Finfinnee area Special Zone, at Salulta area about 15 kilometers apart from the center of FINFINNEE (Addis Ababa).

16/10/2025
Hojjattoonni fi hooggantoonni   gabaasa hojii kurmaana tokkoffaa kan bara 2018 irratti akkasumas dhimma biyyattii irratt...
16/10/2025

Hojjattoonni fi hooggantoonni gabaasa hojii kurmaana tokkoffaa kan bara 2018 irratti akkasumas dhimma biyyattii irratti mari'atanii jiru. Yaadolee fi gaaffiilee ka'an irrattis deebiin itti kennameera. Akkasuumas jijjiramaa fi bu`aa itti fufiinsa qabu fiduurratti wal hubachuu fi wal tumsudhaan hojjachuun barbaachisaa akka ta`e ibsamee jira.

Baga Ayyaana Irreechaa bara 2017 nagaan geessan.
04/10/2024

Baga Ayyaana Irreechaa bara 2017 nagaan geessan.

21/12/2022

Muddee 05/2015 Bulchinsaa fi hojjattoonni Kubbaaniyyaa Ujummoo Sibilaa Oromiyaa(KUSO) walga'ii taassisaniin hojimaata Ma...
16/12/2022

Muddee 05/2015 Bulchinsaa fi hojjattoonni Kubbaaniyyaa Ujummoo Sibilaa Oromiyaa(KUSO) walga'ii taassisaniin hojimaata Malaamaltummaa irraatti qabsaa'u yaada jedhurratti marii taassisani jiru.
Haala hojii fi adeemsa kubbaaniyiichaa keessa akkasumas malaammaltummaa caasaalee addaddaan gurmaa’anii lafa, gibira, bittaa, pirojektii, eyyama ijaarsaa, eyyama konkolaachisaa, daldala seeraan alaa, invastmentii, tajaajila mootummaaf matta’aa gaafataman, damee haqaa fi kanneen biiroorratti raawwataman ittisuun yakkamtoonni seeratti dhihaatanii akka gaafatamaniif
Qabsaa'u irratti mariin taassifamee jira.



Address

Bole Road, Bitweded Bahiru Abreham Tower
Addis Ababa
8123

Opening Hours

Monday 02:00 - 23:00
Tuesday 08:00 - 23:00
Wednesday 02:00 - 23:00
Thursday 02:00 - 17:00
Friday 02:00 - 17:00

Telephone

+251115522681

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromiasteelpipemill posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oromiasteelpipemill:

Share