08/03/2024
Taphoota Piriimiyeer Liigii torban darbe taphataman keessaa tapha Darbii Magaalaa Manchistaariin gaaffii tilmaamaa, badhaafamaa gaafanneen namoonni hedduun deebisaniiru.
Namootni gaaffii kana yeroo fi seera dorgomichaa eeguun deebii sirrii kennan 20 badhaasa addaa torbee kanaa injifataniiru.
Eenyu Badhaasa argate? Liinkii Telegraamii gadii irraa argattu.
Telegram Link: https://t.me/OromiabankOfficial
ባለፈው ሳምንት ከእንግሊዝ ፕሪሚየር ሊግ ጨዋታዎች መካከል የማንቸስተር ከተማ ደርቢ ለጠየቅነዉ #ጥያቄ በርካታ መላሾች ትክክለኛዉን መልስ መልሰዋል፡፡
ጥያቄዉን በትክክል እና የውድድሩን ህጎች በመጠበቅ የመለሱ 20 ሰዎች የዚህ ሳምንት ልዩ ተሸላሚ ሆነዋል፡፡
አሸናፊዎች እነማን ናቸዉ? ከቴሌግራም ገፃችን ይመልከቱ፡፡
Telegram Link: https://t.me/OromiabankOfficial