Changed PAGE

Changed PAGE Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Changed PAGE, Addis Ababa.

Waldaaleen 130,000 kanfalanii woggaa saddeet ol osoo eeggachaa jiran Magaala Asallaatti saamichi hagana gahu gaggeeffama...
26/02/2026

Waldaaleen 130,000 kanfalanii woggaa saddeet ol osoo eeggachaa jiran Magaala Asallaatti saamichi hagana gahu gaggeeffamaa jira quba qabaadhaa!

Akkam jirtu deeggartoota  Piriimiyerliigii Ingiliiz torbee 8ffaa boqonnaa idil addunyaa booda har'a eegala   dirree isaa...
18/10/2025

Akkam jirtu deeggartoota
Piriimiyerliigii Ingiliiz torbee 8ffaa boqonnaa idil addunyaa booda har'a eegala
dirree isaatti waliin ni taphata
Eenyutu injifata? Lakkoofsa goolii galuu fi maqaa taphattoota goolii galchanii tilmaamuun badhaasa argadhaa
Namoonni sadan jalqabaa Qar.500 ni badhaafamu!

This is the 67th meeting between the Londoners, with Arsenal winning on 43 occasions and Fulham emerging victorious nine...
18/10/2025

This is the 67th meeting between the Londoners, with Arsenal winning on 43 occasions and Fulham emerging victorious nine times.
BOOM! Boom! Fulham

24/09/2025

Magaalaan Asallaa Qarshii kuma 130 tokkoo tokkoo miseensa waldaa irraa sassaabee woggaa torbaa ol tursiisu seera kana beekuu,laata??

Mirga Lafa Mana Jireenyaa Argachuu:
⚖Lafa Mana jireenyaa argachuun mirga qabeenya horachuu heera Mootummaa keewwata 40 jalatti tumame waliin kan wal qabatuudha.Namni tokko qabeenya horachuuf mirga akka qabu heericha irraa ni hubatama.Miseensonni Waldaa nama waan ta'aniif akkaataa heerichi beekamtii kenneen qabeenya horachuu fi ittiin jiraachuuf mirga guutuu qabu jechuudha.Bu'uuruma kanaan:-
1️⃣.Jiraattonni Magaalaa akkaataa fedhii fi dandeettii kaffaltii isaaniitiin walitti gurmeessanii waldaadhaan Mana jireenyaa ijaarrachuu akka danda'an Labsii Lakk.231/2013 keewwata 19(1) jalatti tumeera.
2️⃣.Hojjattoonni Mana hojii tokko keessa jiranii fi walbeekan yookiin Manneen hojii adda addaa keessaa walitti dhufuun fedhii manaa walfakkaatuu fi dandeettiin isaanii kan walsimu waliin gurmaa'uun Lafa Mana jireenyaa argachuu akka danda'an Labsichi ifaan tumeera.
➡️Waajjirri Bulchiinsaa fi Itti Fayyadama Lafa Magaalaa:
1ffaa,lafa waldaa Ijaarsa Mana jireenyaatiif oolu qopheessee waldaaf kennuuf dirqama qaba;
2ffaa,lafa murtaa'ee qophaa'e guyyaa hojii kudhan(10) keessatti sanada qabiyyee lafaa qopheessee harkaan gahuun qaama gurmeesseef beeksisuuf dirqama qaba;
3ffaa,Ijaarsi Mana jireenyaa waldaa bu'uura pilaanii hayyamameen ijaaramee %50 xumuramuun isaa yeroo mirkanaa'u,ragaa abbaa qabeenyummaa maqaa Waldichaatiin jiru maqaa tokkoo tokkoo miseensaatiin qopheessee kennuuf dirqama akka qabu Labsicha keewwata 78(5) jalatti tumeera.
➡️Manni Qopheessaa Bulchiinsi Magaalaa Waldaa Mana jireenyaa gurmeessuun galmeessee qaama seerummaa kennuuf dirqama akka qabu Labsicha keewwata 77 jalatti tumeera.
Haala_Waldaan Itti Diigamu:
Waldaan Mana jireenyaa:-
A,fedhii miseensota waldichaatiin,
B,lakkoofsi miseensotaa 12 gadi yoo ta'e,
C,murtii Mana Murtiitiin,
D,ragaa sobaatiin kan gurmaa'e yoo ta'e,diigamuu danda'a,Dambii Lakk.246/2016 keewwata 34(1).
Erga Labsii Lakk.231/20130 baheen booda Dambii haarawa Lakk.246/2016 baheera.
Kan Mohammed xayibnuureeti, FFB Wabii Qana’aa irraa fudhatame

Waajjirri lafa Magaala Asallaa Qarshii kuma 130 kaaznaa mootummaatti galchitanii nagahee qofa kuttanii  woggootaaf tursi...
03/09/2025

Waajjirri lafa Magaala Asallaa Qarshii kuma 130 kaaznaa mootummaatti galchitanii nagahee qofa kuttanii woggootaaf tursiisaa jirtu!

Alwas komii komii komii.... maaliif?

Komii Waajjira Lafaa Bulchiinsa Magaalaa Asallaa

29/07/2025
09/06/2025

Har'as qabeenyi guddaan biyya kanaa Lafi oromoof hin taane ! Ummata oromoo Hiyyummaa keessaa baasuu inni jedhu sun baay'...
29/04/2025

Har'as qabeenyi guddaan biyya kanaa Lafi oromoof hin taane ! Ummata oromoo Hiyyummaa keessaa baasuu inni jedhu sun baay'ee irratti hojjatamuu qabuu Oromoon inni kuun karaarra bulaa inni biroo guyyaa kiraan gahe Mana kiraatii sheemii tokko malee maatii wajjiin hiraarfamaa jira. Lafuma keennas nuuf kennaa!

Ergamoota gurguddoo mootummaa naannoo Oromiyaa sadeen!!

Odeeffannoo Dabalataa Argachuuf;

https://www.facebook.com/oromiabc
------
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
------
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
------
YouTube:
https://www.youtube.com/
------
TikTok: tiktok.com/
------
kallachaOromia: https://m.facebook.com
Whapp:https://whatsapp.com/channel/0029VbAXcNtAu3aRrGAUuV28

Address

Addis Ababa

Telephone

+251114390280

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Changed PAGE posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share