30/05/2026
đ˘ Dhaabbata Ijaarsa OBM keessatti Mariin Management Mana Hojii Waliin Gaggeeffamu Buâaa Qabeessa!
Dhaabbanni Ijaarsa OBM milkaaâina hojii isaa cimsuuf management mana hojii waliin marii yeroo yeroon gaggeessaa jira. Mariin kun:
â
Murtii hojii sirrii fi saffisaa kennuuf
â
Qindoomina hojii cimsuuf
â
Rakkoolee yeroo isaanii irratti hiikuuf
â
Hirmaannaa fi kakaâumsa hojjettootaa guddisuuf
â
Karoorri hojii milkaaâinaan akka hojii irra oolu taasisuuf
â
Qulqullinaa fi buâa qabeessummaa hojii ol kaasuf gumaacha olaanaa qaba.
âMariin gaariin buâuura milkaaâina dhaabbataa ti!â
Dhaabbata Ijaarsa OBM â Ijaarsa qulqullinaa fi hojii ammayyaa irratti kutannoo qabu.
đ˘ Productive Management Discussion at OBM Construction Enterprise!
To strengthen organizational performance and ensure successful project implementation, OBM Construction Enterprise conducts regular management discussions with office teams. These discussions help to:
â
Make effective and timely decisions
â
Strengthen work coordination and teamwork
â
Identify and solve challenges on time
â
Enhance employee participation and motivation
â
Ensure successful implementation of organizational plans
â
Improve quality, productivity, and overall performance
âEffective discussion is the foundation of organizational success!â
OBM Construction Enterprise â Committed to quality construction and modern service delivery.