10/08/2025
A cryptocurrency mining data center is being built in Ethiopia, specifically in G***e Guracha, Oromia, making extensive efforts to utilize the country's renewable energy resources and attract foreign investment.The project aims to leverage Ethiopia’s low electricity costs and the potential of the Grand Ethiopian Renaissance Dam to power these energy-intensive activities. ORMACON CONSTRUCTION is proud to have begun construction of this historic project.
********************************************************
Giddugalli daataa albuuda maallaqa kirpitoo Ityoophiyaatti addatti Oromiyaa magaalaa G***ee Gurachaatti ijaaramuun qabeenya anniisaa haaromfamuu danda’u biyyattii fayyadamuu fi invastimantii biyya alaa hawwachuuf tattaaffii bal’aa taasisaa jira.Pirojektichi baasii humna ibsaa Itiyoophiyaan gadi aanaa ta’uu fi dandeettii Hidha Haaromsa Guddicha Ityoophiyaa fayyadamuun hojiiwwan anniisaa baay’ee barbaadan kana guddisuuf kan kaayyeffatedha. Adeemsa ijaarsa seena qabeessa kana tumsa ORMACON CONSTRUCTION fi lammii koo biyya koo fi lammiiwann koo fanna jalqabuu koottin gammadeera.
********************************************************
በ ኢትዮጵያ በተለይም በኦሮሚያ ገርበ ጉራቻ ክተማ የሀገሪቱን የታዳሽ ሃይል ሃብት ለመጠቀም እና የውጭ ኢንቨስትመንትን ለመሳብ ሰፊ ጥረት የሚያደርግ የክሪፕቶፕ ማይኒንግ መረጃ ማዕከል በመገንባት ላይ ነው። ፕሮጀክቱ በቅርብ ጊዜ የዳታ ማዕከላትን እና የቢትኮይን ማዕድን ማውጫ ማሽኖችን በኢትዮጵያ የወሰደውን ቢት ማይኒንግን ጨምሮ በርካታ ኩባንያዎችን ያካትታል ።ፕሮጀክቱ የኢትዮጵያን አነስተኛ የኤሌክትሪክ ወጪ እና የታላቁ የኢትዮጵያ ህዳሴ ግድብ አቅምን በመጠቀም እነዚህን ሃይል-ተኮር ተግባራትን ማጎልበት ነው። የ ኦርማ ኮን(ORMACON CONSTRUCTION ) የ ዚ ታሪካዊ የ ግንባታ ሂደት በ ትውልድ ሀገሬ እና በ አብሮአደ ጓደኞቼ ትብብር ግንባታ በ መጀመሬ ደስ ብሎኛል። https://www.facebook.com/share/1R2Fj6kpUc/