Engineer Fuad Shafi

Engineer Fuad Shafi Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Engineer Fuad Shafi, Addis ababa, Jimma.

05/11/2024
✅ ፓስፖርት ለማሰደስ እና አዲስ አገልግሎት ፈላጊዎች በሙሉ:-▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️❶. አዲስ ፓስፖርት ለማውጣት- ❖ የታደሰ የቀበሌ መታወቂያ- ❖ የልደት ካርድ- ❖ ስልክ ቁጥር❷. ...
13/10/2024

✅ ፓስፖርት ለማሰደስ እና አዲስ አገልግሎት ፈላጊዎች በሙሉ:-
▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️

❶. አዲስ ፓስፖርት ለማውጣት
- ❖ የታደሰ የቀበሌ መታወቂያ
- ❖ የልደት ካርድ
- ❖ ስልክ ቁጥር

❷. ለማሳደስ
-❖ ጉርድ ፎቶግራፍ
-❖ ፓስፖርት ኮፒ
-❖ ስልክ ቁጥር

❸. የጠፋ / የተሰረቀ ለማውጣት
-❖ የቀበሌ መታወቂያ
-❖ ጉርድ ፎቶግራፍ
-❖ የፖሊስ ማስረጃ ደብዳቤ
-❖ ስልክ ቁጥር

❹. ከ18 ዓመት በታች
-❖ የወላጅ መታወቂያ
-❖ የልጅ የልደት ካርድ
-❖ ስልክ ቁጥር

❺. እድሜ ለማስተካከል
-❖ የልደት ካርድ
-❖ ጉርድ ፎቶግራፍ
-❖ ፓስፖርት ኮፒ
-❖ ስልክ ቁጥር

❻. ስም ለመቀየር ውይም ለማስተካከል
-❖ ጉርድ ፎቶግራፍ
-❖ ፓስፖርት ኮፒ
-❖ የፍርድ ቤት ወረቀት
-❖ ስልክ ቁጥር

💎💎💎💎💎💎💎💎💎

🔔 በተጨማሪም ሁሉም ሰው ባመለከተበት ቅርንጫፍ በቀላሉ ትክክለኛ መረጃ እንዲደርሰው እና የወጡ ስም ዝርዝሮችን ያመለከተበትን ቅርንጫፍ ብቻ እንዲከታተል በማሰብ በሁሉም ቅርንጫፍ ቻናሎችን አዘጋጅተናል ከታች የሁሉንም ቅርንጫፎች አስቀምጠንሎታል እንደምርጫዎ ይከታተሉ።

✅ለበለጠ መረጃ:-

▫️ 0954617119
0902093686 ይደውሉ።

🔴ወረፋ ለማስያዝ ከታች ባለው user name ይላኩልን

✉️ Fuad Shafi
📞 +251954617119

🔍

ቴራዞ የምትፈልጉት ለጊቢም ሆነ ለቤት በተመጣጣኝ ዋጋ በምትፈልጉት ዲዛይን በኦርደርም ሆነ በአስቸካይ እኛጋ ታገኛላችሁ :አድራሻ፦አቃቂ ቃሊቲ ቴርሞ ሳይት ስልክ፦+251922776915 ይደውሉ ...
09/08/2024

ቴራዞ የምትፈልጉት ለጊቢም ሆነ ለቤት በተመጣጣኝ ዋጋ በምትፈልጉት ዲዛይን በኦርደርም ሆነ በአስቸካይ እኛጋ ታገኛላችሁ :

አድራሻ፦አቃቂ ቃሊቲ ቴርሞ ሳይት
ስልክ፦
+251922776915
ይደውሉ መኪናም እናመቻቻለን ።

ቴራዞ የምትፈልጉት ለጊቢም ሆነ ለቤት በተመጣጣኝ ዋጋ በምትፈልጉት ዲዛይን በኦርደርም ሆነ በአስቸካይ እኛጋ ታገኛላችሁ አድራሻ፦አቃቂ ቃሊቲ ቴርሞ ሳይት ስልክ፦+251922776915 ይደውሉ መ...
09/08/2024

ቴራዞ የምትፈልጉት ለጊቢም ሆነ ለቤት በተመጣጣኝ ዋጋ በምትፈልጉት ዲዛይን በኦርደርም ሆነ በአስቸካይ እኛጋ ታገኛላችሁ

አድራሻ፦አቃቂ ቃሊቲ ቴርሞ ሳይት
ስልክ፦
+251922776915
ይደውሉ መኪናም እናመቻቻለን ።

Biqiltuu kana Namni hin Beekne hin jiru,, itti fayyadamuu yoo Dhiifnellee Faayidaa isaa Beeknee Taa'uun Baayyee Gaariidh...
01/08/2024

Biqiltuu kana Namni hin Beekne hin jiru,, itti fayyadamuu yoo Dhiifnellee Faayidaa isaa Beeknee Taa'uun Baayyee Gaariidha,

Wantoonni Nu Summiidha jennee Sodaannu yokan Bu'aa hin Qabu jennee Tuffannee Bira Dabarru, irra Hedduun Nutu Wallaale Malee Dawaa dhukkuba keenyaa fi Furmaata Rakkoo Keenyaa Hedduu Ta'uu Danda'a,, Biqiltuun Harra Waa'ee isaa Dubbannu Namni Hedduun bu'aa isaa hin Beeku Garuu inni Dhukkuba Tokko Fayyisuuf Sa'aatii yokan Guyyaa Muraasa Qofa itti fudhata Saffisa dhukkuba Fayyisuu Cimaa Qaba,

Maqaan isaa Afaan Oromoon Naannoo jimmaatti Cadaa, jedhama
Amhariffaan (ቅንጭብ) jedhama Ingiliffaan (pencil tree) jedhama,
Afaan Saayinsiin yokan Scientific Neme (euphorbia tirucalli)
Jedhama)
,Dawaa Dhukkubaa Ta'ee Tajaajilu kan jalqabe, Waraana Addunyaa Tokkoffaa Dura,
Biyyi Jalqaba Akka Qorichaatti Fayyadamuu jalqabde Indiyaadha,
Kana booda,Biraazil, Giriik, Roomaaniyaa, Keeniyaa, Naaljeeriyaa, fi biyyoota Arabaa keessatti Akka Qorichaatti hojiirraa Oolaa jira.
Ethiopia Naannoo Tigraay fi Amharaa keessatti Dhukkuba Garaa Garaa Yaaluuf Tajaajila kenna,
Oromiyaa keessatti Dallaa fi Daangaa Lafaa Adda Baasuu Qofaaf Tajaajila kenna,

Aannan isaa ija namaa yoo Tuqu Baayyee Gubaa, Akkasumas Gogaa Qaama Namaatti yeroo Bu'e Bakka Sana Ni Diimessa,Sababni isaas Biqiltuun kun Humna Cimaa Qaba, Bakki inni Nama miidhu ija Qofa Ta'uu Hubachuu Qabdu,
Malee kutaalee Qaama keenyaa kan Biraatiif Dawaa Cimaadha,

Qabiyyee Antioxidants fi Albuudota fayyaa keenyaaf Bu'aa Qabanu Hedduun kan Badhaadhe Waan ta'eef dhukkuba Garaa garaa Fayyisuu fi Namarraa ittisuu Danda'a,

Qorannoon Saayinsii Ameerikaa fi Awurooppaa Indiyaa keessatti Godhame Akka Mullisutti
Biqiltuun kun
Farra baakteeriyaa
Farra Vaayiresii
Farra Fangasii
Farra dhukkuba Sukkaaraa,
Farra kolestiroolii miidhaa Qabu LDL,
Farra Raammoo Maxxantuu fi Jaardiyaa, isa Cimaadha, Dhukkuboota Hedduudhaaf Qoricha Ta'uu Isaa Mirkanaa'eera,

Gaaza Qilleensa Bokoka garaa keessaa Qulqulleessa,
Dhukkuba kiintaarotii fi Dhukk

Ijoolleen dubaraa paspoortii ofirkaa qabdan hundi keessaan!Jia tokko keessatti viizaa coc waliin hojjeennee sin biraan g...
24/07/2024

Ijoolleen dubaraa paspoortii ofirkaa qabdan hundi keessaan!

Jia tokko keessatti viizaa coc waliin hojjeennee sin biraan gauuf qophii xumurree dhufnee jirra
Gara dubaii fii saud arabiyaa deemuu warri barbaaddan asiin nu quunnamaa!
+251954617119
+251902093686

📌CSR job for Crypto account📌 ሰላም, በታይላድ Thailand ሀገር ሙሉ    ወጪዎ ተሸፍኖ እየተከፈላቹ መስራት አስበዋል?📌 በየትኛውም የትምህርት ደረጃ📌 አጓጊ ደሞዝ 📌 ምግ...
05/06/2024

📌CSR job for Crypto account
📌 ሰላም, በታይላድ Thailand ሀገር ሙሉ ወጪዎ ተሸፍኖ እየተከፈላቹ መስራት አስበዋል?
📌 በየትኛውም የትምህርት ደረጃ
📌 አጓጊ ደሞዝ
📌 ምግብ እና ማደሪያ ጨምሮ ከኔሱ ነዉ።
መስፈርት English and Computer tyiping skill

🌐Contact Us on

0954617119
0902093686

05/06/2024

Oduu gammachiisaa💐💯🙏

Namoota passportii baafattanii ofirkaa qabdan hundaaf...

Guyyaa sadii keessatti gara biyya chinaattii damooza jiaan 60,000 -100,000tiin isin qacarsiisuuf qophii barbaachisu xumurree jirra namoonni dhihootti deemuu barbaaddan bilbila kanaan nu quunnamuu dandeessu
0954617119
0902093686
Ulaagaalee barbaachisan
1.Engilish language
2. Basic computer skill.
3.gatii bararaa fii pocket money walitti qarshii 120000.
Kaffaltiin isin barbaachisu gatii bararaa xiyyaaraa qofadha viisaa guyyaa sadii keessatti raawwannee isin ergina.

04/06/2024

Oduu gammachiisaa💐💯🙏

Namoota passportii baafattanii ofirkaa qabdan hundaaf...

Guyyaa sadii keessatti gara biyya chinaattii damooza jiaan 60,000 -100,000tiin isin qacarsiisuuf qophii barbaachisu xumurree jirra namoonni dhihootti deemuu barbaaddan bilbila kanaan nu quunnamuu dandeessu
0954617119
0902093686
Ulaagaalee barbaachisan
1.Engilish language
2. Basic computer skill.
Kaffaltiin isin barbaachisu gatii bararaa xiyyaaraa qofadha viisaa guyyaa sadii keessatti raawwannee isin ergina.

Call us to get it09020936860954617119
30/05/2024

Call us to get it
0902093686
0954617119

Address

Addis Ababa
Jimma

Telephone

+251902093686

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Engineer Fuad Shafi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Engineer Fuad Shafi:

Share