28/03/2024
Er. 30
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²¹ Namni isaan geggeessu isaanuma keessaa in dhalata, kan isaan bulchus isaanuma gidduudhaa in ba'aaf; inni gara kootti akka dhi'aatu nan godha, innis gara koo in dhufa; kanaa achi eenyutu ija jabaatee gara kootti dhi'aachuu danda'a ree?
²² Egaa isaan saba koo in ta'u, anis Waaqayyo isaanii nan ta'a" jedhe; kana Waaqayyotu dubbate.