13/09/2023
Waaqeffannaa ~ Yeroo Dhihootti!
Fulbaana 13/2023 ykn 02/2016
Dookimantarii deebi'ee ijaaramuu Galmoota Amantii Waaqeffannaa sadarkaa Giddugala Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa Giddugaleessaatti isinii dhiheessuuf deemna!
Dhaabbanni Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa Giddugaloota shaniin hojii Amantii Waaqeffannaa babal'isaafi gaggeessaa jira! Kanneen keessaa yeroo dhihootti hojiilee sadarkaa Giddugalichaatti hojjataman isin daawwachiisuf deemna!
Caalaatti karaa Youtube https://youtube.com/?si=VErZaIfSHGuXAnU8 nu daawwadhaa!