Ɓãŕíí ķíñğ måñ

Ɓãŕíí ķíñğ måñ - 1Iccitiin kee rasaasa yoo nama biraaf kennite guyyaa tokko si ajjeesuudha.

2- Nama sobuun Salphina
of sobuun garuu Dina jireenya keeti tahuudha

𝑰𝒅 𝑴𝒖𝒃𝒂𝒂𝒓 𝑼𝒎𝒎𝒂𝒏𝒏𝒊 𝑴𝒖𝒔𝒍𝒊𝒎𝒂 𝒉𝒖𝒖𝒏𝒅𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒚𝒔𝒂𝒏 𝒃𝒂𝒈𝒂 𝑰𝒅𝒂  #𝑮𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 3 𝒇𝒇𝒂𝒂𝒕𝒊𝒏 𝒊𝒔𝒊𝒏 𝑮𝒂𝒉𝒆𝒆❤️🩷🧡hiriyyoottan koowarra barana kan bara...
22/03/2026

𝑰𝒅 𝑴𝒖𝒃𝒂𝒂𝒓 𝑼𝒎𝒎𝒂𝒏𝒏𝒊 𝑴𝒖𝒔𝒍𝒊𝒎𝒂 𝒉𝒖𝒖𝒏𝒅𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒚𝒔𝒂𝒏 𝒃𝒂𝒈𝒂 𝑰𝒅𝒂 #𝑮𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 3 𝒇𝒇𝒂𝒂𝒕𝒊𝒏 𝒊𝒔𝒊𝒏 𝑮𝒂𝒉𝒆𝒆❤️🩷🧡
hiriyyoottan koo
warra barana kan bara hegere 🙏🙏🙏

08/03/2026
As wr wb
20/02/2026

As wr wb

 👍____________/////////////////////_______________👍1. Namaan Jaalatamuu Mitii Nama JaallachuuKeetiin Namaa Garrii Akka T...
19/01/2026


👍____________/////////////////////_______________👍
1. Namaan Jaalatamuu Mitii Nama Jaallachuu
Keetiin Namaa Garrii Akka Taatu Hubbadhuu

2.Yeroo Nama Sii Gadii (Dadhabaa) Miitu
Rabbii Sii OL Jiruu Yaadadhu

3. Hiriyaa Eenyummaa issaa Hin Beeknetti Hin
Hidhatin Eenyummaa Kee Si irraanfachiisa

4. Dubbii Madda issaa Hin Beekne Hin Odeessin
Ofiif Sobdee Namas Sobsiifta

5. Yeroo Rakkataaf Waa Kenuuf Harkaa Kee
Hiixattu Harkii Rabbiitis Si Gargaaruuf Akaa Sitti Hiixatu Hin Shakiin

6. Garaa Keetifi Jettee Maqaa Kettitii Hin Taphatiin

7. Garraa bɑɑyiisee Nyatuu Osso Hin Taane
Sammuu Balisse Yaadu Qabaadhu

Gorsa barbaachisoo Seera Jireenyaa 💫 1- Nama tokkotti maxxanuu dhiisuu barachuu.2- Namni bara baraan si bira hin turu.3-...
19/01/2026

Gorsa barbaachisoo Seera Jireenyaa 💫

1- Nama tokkotti maxxanuu dhiisuu barachuu.

2- Namni bara baraan si bira hin turu.

3- Firri har'aa diina boruuti.

4- Iccitiin kee rasaasa yoo nama biraaf kennite guyyaa tokko si ajjeesuudha.

5- Osoo isaan si hin gadi dhiisin waan lama qofa irratti hirkatuu dandeessa: boorsaa kee fi fayyaa kee, hunda caalaa immoo Gooftaa keeti.

6- Fedhii kee dhoksuu.

7- Namni sitti kolfu hundi si hin jaalatu.
9- Of pamper gochuu. Sammuun kee iccitii gammachuu kee haa ta'u; waan yoomiyyuu hin gaabbine.

10- Beekaan dafee du'a waan ta'eef maraatummaa xiqqoo hammadhu.

11- Hojiiwwan xixiqqaa bohaartii kee, namoota birootti waan salphaa sitti fakkaatellee hordofi.

12- Deeggarsa hin barbaadin; of deeggaraa.

13- Gaarii fi gara laafessa waan taateef qofa addunyaan gaarummaa si ilaalti jettee hin yaadin.

14- Ni hubatta Gaaf tokko kan si yaaddessu caalaa akka yaaddofte, akkasumas Waaqayyo waan hundumaa akka ati abdatte ykn hawwitu caalaa akka siif qopheesse ni hubatta.

Address

Sanaa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ɓãŕíí ķíñğ måñ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share