14/09/2025
Bu'aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 har'a ifoome.
Barattootni Qabxii Qormaata Isaanii guyyaa boruu jechuunis Fulbaana 05, 2018 Sa'aatii 6:00 irraa eegalanii ilaallachuu danda'u jedhan Ministirri Ministeera Barnootaa Profeesar Birhaanuu Naggaan.
Bu'aa qormaataa keessan argachuuf mala armaan gadii keessaa tokko filachuun gargaaramaa!
------------------------------------------------------------------------
1. result.eaes.et
2. result.neaea.gov.et
3. moeresult.com
4. SMS 6284
5. Official Telegram Bot: