19/01/2026
Miseensonni manajimantii Goduu deeggarsa ijaarsa 'Galma Tokkumma' Magaalaa Bulee Horaatiif gumaata Qr 675,000 ttii tilmaamamu bakka Bulchaa Bulchiinsa Godina Gujii Lixaa obboo Adulaa Hirbaayyee jiranutti kennaniiru.
Sadarkaa ijaarsi galmicha irra jirulle daaw'achuun baay'ee dinqisiifatan...
Goduun gurmuu misaa sifaati.