WCSH Company Communication & Promotion

WCSH Company Communication & Promotion Walabu Construction Sh.C.

is founded on the bases of realizing the economic revolution of the Oromia regional state in 2010 E.C through the engagement of the construction of buildings, roads, rail ways, bridges, air ports, water works, and dams.

Kabajamtoota Maamiltoota ‘Facebook’ keenyaa hundaaf Fuulli Feesbuukii keenya gara Page:  ‘Walabu Construction Share Comp...
08/02/2023

Kabajamtoota Maamiltoota ‘Facebook’ keenyaa hundaaf Fuulli Feesbuukii keenya gara Page: ‘Walabu Construction Share Company’ jedhu irratti waan fayyadamaa jirruuf, ammaan booda Odeeffannoo Dhaabbata Keenyaa bakka jirtanitti akka isin dhaqqabuuf fuula Feesbuukii Page: ‘Walabu Construction Share Company’ jedhu Serchii gochuun nu argachuu dandeessu.

Page: ‘Walabu Construction Share Company’
http://www.walabuconstruction.com/
Waan nu hordoftaniif ulfaadhaa.
Walaabuun Keenya!

“””””””””””””””””””””””””””””””
Dear all our Facebook Customers, We are changing our page to : Walabu Construction Share Company, so please search our page: Page: Walabu Construction Share Company to get the latest updates wherever you are you can.

Page: Walabu Construction Share Company
http://www.walabuconstruction.com/
Thank you for following us.
Walabu is ours!

WCSHC Finfinne, February 3, 2023 – The Board of Directors of Walabu Construction Share Company held a ceremony for the f...
03/02/2023

WCSHC Finfinne, February 3, 2023 – The Board of Directors of Walabu Construction Share Company held a ceremony for the former manager, welcomed the new management and gave a briefing on the future direction of work.
""""""""""""""""""""""""""""
The Board of Directors of Walabu Construction share Company has appointed new leaders who can take the company forward. The appointees are 1st Engineer Tadesse Dirba as the General Manager of the company, 2nd Engineer Gemechis Abera as the Engineering Operations Executive Officer', 3rd Mr. Legese Bakana as the Engineering Service Executive Officer, 4th Mr. Firdisa Yadeta as the 'CEO Office head and the Managers in the presence of employees, welcomed the new leadership to the company.
future.

After the good by Ceremony, former General Manager Engineer Dereje Ermias expressed his gratitude to the leaders and employees for the event and said he is ready to share his experience with the new leadership in the future.

The Co-Chairman of the Board of Directors of the Company, Dr. Engr. Habtamu Itafa After welcoming the new leaders, gave directions and said that most of the developing countries are making special development efforts to achieve the intended development works and ensure the benefits of the people. The Oro – Group has brought together five major development companies under one leadership to accelerate the development of the country. As WCSHCs, we have appointed new leaders who can work and change Walabu in order to achieve the established objectives and ensure the effectiveness of the organization and the community.

The General Manager of the company Engineer Tadesse Dirba, on his part, expressed his gratitude for the welcome and said that he will accept the trust given to him and use his experience to work together with all Stakeholders of the company to achieve the desired goal.

Board members of the organization also commented that Walabu has come through various stages. They said the company is ready to remove obstacles to achieve its goals and strengthen the new leadership.

Reported by,
Walabu Communication & Promotion

09/12/2022
WCSHC Finfinne, December 2, 2022 - Walabu Construction share Company conducted two days awareness training on the new En...
02/12/2022

WCSHC Finfinne, December 2, 2022 - Walabu Construction share Company conducted two days awareness training on the new Enterprise Resource Planning (ERP) system for the Executive Office Managers, Teams and project managers and staff concerned.
"""""""""
Enterprise Resource Planning (ERP) as a company has been in operation for more than a year and the training given earlier has been effective in working with the new system Mr.Aga Tash*te delivered two days of awareness raising training to the head office managers and teams as well as the relevant project managers and teams.

After the awareness training, the CEO of the company, Mr. Dereje Ermias, gave training on the previous ERP functions on the new system to the Finance, Human Resources and Property Sector staff The main purpose of the new system is to work free of paper and waste, to work with modern technology to achieve the intended goals Enterprise Resource Planning is effective in monitoring our work using technology and addressing problems and shortcomings where there are problems, he said.
"""""""""""""""""""
The system we have established and we have been successful in working with it is a task that requires attention and if we work hard with it, we can achieve the desired goal Mr. Dereje urged the people to be ready to do more work together with the necessary support and to strengthen any projects we are working on with Enterprise Resource Planning and to work together to develop the company.
"""""""""""""

WCShC Company mourns the passing of artist Ali BirraFinfinne Noveber 7,2022- The Walabu Construction share Company has e...
07/11/2022

WCShC Company mourns the passing of artist Ali Birra
Finfinne Noveber 7,2022- The Walabu Construction share Company has expressed its condolences to the family of the late Dr. Ali Birra.

Walabu Construction Share Company has expressed its heartfelt condolences over the passing away of Honorary Doctor, Artist Ali Birra.
'You will always live in our hearts with love and heroism for your services to the Oromo people and all oppressed nations. There the generation will tell your story and praise your existence. Although you will pass away today, your work will be remembered forever, you and your name will be praised by generations and your story will continue to be told.
The GM, Members of Management and Staff of the company expressed their deep condolences over the passing away of the beloved Ali Birra.
The organization wishes condolences to the family, friends and admirers.

Reported by
Walabu Communication & promotion

WCSHC Finfinne, September 30, 2022- Managimentiin  Waldaa Aksiyoona  Ijaarsaa Walaabuu karoora hojii bara 2015 baafatee ...
30/09/2022

WCSHC Finfinne, September 30, 2022- Managimentiin Waldaa Aksiyoona Ijaarsaa Walaabuu karoora hojii bara 2015 baafatee jiru hojiirra Olchuuf, karoora daayirektarootaa hojii geggeessa waliin walii mallatteessuun ibsame.
""""""""""""""""""""
Waltajjii Gamaggama Raawwii Hojii Bara 2014 fi Qophii Karoora Hojii Bara 2015 geggeeffame hordofuun, hanqinaafi Cimina jiruu addaa baasuun cimina jiru Cimsaa, hanqina mul'ate furuun karoora hojii bara 2015'n keessaatti xiyyeeffannoo itti kennuun hojechuun barbaachisaa ta'uu hojii geggeessaan dhaabbaticha Obbo Darajjee Ermiyaas dubbataniiru.

Karoora Daayirektara daayirektooreetittiin qophaaye walitti fiduun karoora dhaabbatichaa ta'uu heruun, karoora hojii ba'ee hojiirra oolee jiru galmaan gahuuf, daayirektooreetiin karoora hojii isaanii hojii geggeessa dhaabbatichaa waliin walii mallatteesuun hojiin karaa qulqulina qabuun hojjetame akka galma ga'uu barbaachisaa ta'uu hubaachuun karoora hojii isaanii walii mallatteessaaniiru.

Daayirektaroonnis haaluma kanaan hojjettoota isaan jala jiran waliin karoora hojii dhuunfaa isaanii raawwattoota isaan jala jirani waliin walii mallatteessuu akka qaban hojii geggeessaan dhaabbaticha Obbo Darajjee Ermiyaas kallattii hojii bara 2015 ka'aniiru.

10/09/2022

WCSHC Finfinne, September 10, 2022- Waldaan Aksiyoona Ijaarsaa Walaabuu hojjettoota dhaabbatichaa, Mamiltootaafi Ummata biyyatti hundaan baga bara haaraa bara 2015'n nagaan geessan yoo jedhu gammachuu guddaatu itti naga'ama. Barri kun kan nagaafi gammachuu isiniif haa ta'u jedha.
WCShC
Ayyaana Gaarii!

03/09/2022
WCSHC Finfinne, August 8,2022 - Waltajjiin Gamaggama Raawwii Hojii Bara 2014 fi Qophii Karoora Hojii Bara 2015, Waajjira...
08/08/2022

WCSHC Finfinne, August 8,2022 - Waltajjiin Gamaggama Raawwii Hojii Bara 2014 fi Qophii Karoora Hojii Bara 2015, Waajjira Ol'aanaatti geggeeffama jira.

22/07/2022

Walabu Construction Share Company Beddelle boarding School Project Site

WCSHC Finfinne, July 11,2022 - Hojjettoonni Waldaa Aksiyoona Ijaarsaa Walaabuu Pirojektii Bulbulaatti biqiltuu dhaaban. ...
11/07/2022

WCSHC Finfinne, July 11,2022 - Hojjettoonni Waldaa Aksiyoona Ijaarsaa Walaabuu Pirojektii Bulbulaatti biqiltuu dhaaban.

Miseensoonni dhaabbatichaa Ashaaraa Magariisaa milkeessuuf akka guutuu biyyaatti biqiltuu dhaabamaa jiru iraatti hirmaachuun barbaachisaa tahuu hubachuun, Ergamaafi dirqama lamummaa isaanii bahuuf hojjettoonni keenya yeroo ganna kana xiyyeeffannoo itti kennuun bakka Pirojektii hojjechaa tureetti biqiltuu dhaabuusaanii hoji gaggeessaan dhaabbatichaa Obbo Darajjee Ermiyaas dubbataniiru.

Hojjettoonni dhaabbatichaa Paarkiiwwaan Industirii Qonna qindawaa Bulbulatti Pirojektii of ijaare keessatti biqiltuu 1000 dhaabaniiru.

Biqiltuu dhaabuu qofa osoo hin taane kunuunsarrattis ciminaan hojjechuuf xiyeeffatanii jiraachuu kan himan yoo ta’uu,biqiltuu dhaabuun egeree biyyaa akka ta’eefi Asharaan Magariisa kunis marsaa 4ffaaf kan dhaaban ta'uus obbo Darajjeen himaaniiru.

'Reported by Walabu Cimmunication & Promotion'
Odeeffannoon Wayitaawaan bakka jirtanitti akka isin dhaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa Feesbuukii keenya hordofaa.
WCShC, Walabu Is Ours! Walabuun Keenya!

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when WCSH Company Communication & Promotion posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share