23/06/2025
የነዳጅ አቅርቦት እያለ በሙሉ አቅማቸው አገልግሎት በማይሰጡና በህገወጥ የነዳጅ ኩባንያዎች ላይ የሚወሰደው እርምጃ ተጠናክሮ ይቀጥላል
አዲስ አበባ። ሰኔ 15/2017 ዓ.ም፣ ከፍተኛ መጠን ያለው የነዳጅ አቅርቦት እያለ በሙሉ አቅማቸው አገልግሎት በማይሰጡና ህገወጥ ተግባር ላይ በተሰማሩ የነዳጅ ኩባንያዎች ላይ የሚወሰደው እርምጃ ተጠናክሮ እንደሚቀጠል የንግድና ቀጣናዊ ትስስር ሚኒስትር ካሳሁን ጎፌ (ዶ/ር) ዛሬ ለሚዲያ በሰጡት ጋዜጣዊ መግለጫ ላይ አስታውቀዋል፡፡
ሰሞኑን መንግስት በነዳጅ ላይ አዲስ ታክስ ሊተገብር እንደሆነ በማስመሰል በተለያዩ ማህበራዊ ሚዲያዎች አሳሳች መረጃ የተሰራጨ ሲሆን ህብረተሰቡ ለውዥንብር ሳይጋለጥ በቂ የነዳጅ ስርጭት በገበያ ውስጥ መኖሩን ተደረድቶ የተረጋጋ ግብይት እንዲያደርግ ሚኒስትሩ አሳስበዋል፡፡
መንግስት የነዳጅ ግብይት ከጥቅል ድጎማ ወጥቶ በዓለም ገበያ እንዲመራ አድርጓል፡፡ በነዳጅ ላይ ከዚህ ቀደም በነበረው ግብይት ቫትም ሆነ የኤክሳይስ ታክስ ተግባራዊ እየተደረገ እንደነበርና አዲስ የሚጣል ታክስ የለም፡፡ የነዳጅ ኩባንያዎች ይህን ተገንዝበው ምርት መደበቅ አቁመው ወደ ህጋዊ ስራ እንዲገቡ አሳስበዋል፡፡
ነዳጅ በማደያዎች ክምችት ውስጥ እያለ ሁሉንም መቅጃዎች በመጠቀም በአግባቡ በማይሸጡ ማደያዎች፣ ከጅቡቲ ከጫኑ በኀላ በተቀመጠላቸው ቀን በፍጥነት ወደ ማደያ አድርሰው በማያራግፉ አጓጓዠ ኩባንያዎች እና እንዲጫንላቸው ለጠየቁ ባለማደያዎች ላይ ጠንከር ያለ ህጋዊ እርምጃ የሚወሰድ መሆኑንም ሚኒስትሩ አስገንዝበዋል፡፡
የነዳጅ ግብይት ሂደትን ወቅታዊ ሁኔታ የሚከታተል ግብረ ኃይል የተሰማራ ሲሆን የተወሰዱ እርምጃዎችን ተከታትለን ለህዝባችን ይፋ እንደሚሆንም አስታውቀዋል፡፡
Ministirri Daldalaa fi Walitti-hidhamiinsa Naannawaa Kaasaahun Goofee (Dr) dhaabbileen boba’aa dandeettii isaanii guutuu uajaajila hin kenninee fi dhiyeessiin boba’aa baay’inaan otoo jiruu hojii seeraan alaa irratti bobba’an irratti tarkaanfiin fudhatamu cimee akka itti fufu har’a ibsa gaazexeessitootaaf kennaniin beeksisaniiru.
Gidduu kana mootummaan boba’aarratti akka waan gibira haaraa hojiirra oolchuuf jedhuutii oduun sobaa tamsa’aa ture hawaasa biratti burjaajjii akka hin uumne hubachiisuun barbaachisaa ta’ee eeraniiru. Kanaan duras boba’aarratti taaksiin VAT fi eksaayisii hojiirra oolaa kan ture yoo ta’u gibirri haaraan dabalataan dhufe akka hin jirre huabchuudhaan tasgabbiin bittaafi gurgurtaan akka raawwatamu dhaamaniiru.
Mootummaan boba’aarratti hirphaa gochaa ture kan dhaabe yoo ta’u gabaa addunyaatiin hoogganamaa jirachuus hubachiisaniiru.
Kaampaaniiwwan boba’aan buufata raabsaa keessaa kuusaa gahaa otoo qabanii dhoksa, oomisha boba’aa Jibuutiidhaa dhufaa jiru yeroo karoorfametti akka gabaatti hin seene harkifachiisan irratti tarkaanfiin seeraa fudhatamu cimee akka itti fufu Ministiri Kaasaahun Goofee (Dr) akeekkachiisaniiru.
Haala gabaa boba’aa amma irra jiru hordofuun tarkaanfii akka fudhatan ogeessota keenya kan bobbaasne ta’uufi tarkaanfiiwwan fudhataman uummata keenyaaf ka
ለተጨማሪ መረጃ
Email: [email protected]
[email protected]
Facebook:-https://www.facebook.com Ethiopian-Ministry-of-Trade-and-Regional-Integration
For trade license : www.etrade.gov.et
website: www.motri.gov.et
telegram channel :https://t.me/motri_gov_et
https://t.me/etrade_gov_et
https://www.youtube.com/Ethiopian Ministry of Trade& Regional Integration
Facebook (https://www.facebook.com/)
Twitter: https://x.com/MoTRI_Ethiopia
Tiktok: https://www.tiktok.com/