Abu Nihlah

Abu Nihlah The Road to success is always under construction

06/04/2026
Ajjeefamuu qaba kun  Sanyii Gabraati
18/08/2024

Ajjeefamuu qaba kun Sanyii Gabraati

07/08/2024
10/07/2024
Oduu Gammachiisaa Abbootii Aksiyoonaa Baankii Rammis sheerii bitattanii kafaltii isinirratti hafe xumurtaniif   Baankiin...
02/07/2024

Oduu Gammachiisaa
Abbootii Aksiyoonaa Baankii Rammis sheerii bitattanii kafaltii isinirratti hafe xumurtaniif Baankiin Rammis Xalayaa Ragaa Certificate ykn Qabiyyee Sheerii keysani waan qopheyseef Kottaa Gara Baankii Certificate fudhadhaa; Warri Kafaltii hin xumurin Yeroon hafee gabaabaa waan tahef sheeri isinirratti hafe xumura Certificate fudhadha abbaa Baankii taha !!

26/06/2024

Odeeffannoo Arifachiisaadha! Ammuma Walii qoodaa namoota baayyee biraan gahaa !..
Konkolaataan kun kan yatii-monniifi misk-iinonni hedduun ittiin tajaajilamaniidha .

Konkolaataa kun kan ustaaz Nuuruu Turkii ti.
Amma galgala kana naannawaa sa'aatii 11:15 'nii kheessa bakka hojii isaanii magaalaa Finfinnee naannawaa Addis sefer Askoo balbala kaaffee Afnaan jedhamuu hata-meera.
Lakkoofsi gabatee AA 29921 koodii 3
Konkolaataa doolfiinii haalluu meetii/siilvariiti.

Odeeffannoof yoo argattan lakkoofsa bilbilaa armaan gadii kana irratti bilbilaa
👇
0911958452/0911715649

Tumsa gootanu hundaaf Rabbii Mindaa isaa isiniif haa herreegu.

جمعتكم مباركة
21/06/2024

جمعتكم مباركة

Rammis Bank
17/06/2024

Rammis Bank

نهنئكم بحلول عيد الأضحى المباركأدام الله لكم الأعياد دُهوراً، وألبسكم من تقواه نوراًكل عام وأنتم بخير 💚🌹
15/06/2024

نهنئكم بحلول عيد الأضحى المبارك
أدام الله لكم الأعياد دُهوراً، وألبسكم من تقواه نوراً
كل عام وأنتم بخير 💚🌹

Address

02
Hirna
1000/05

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abu Nihlah posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abu Nihlah:

Share