14/07/2025
CONGRATULATION ................
ABI Ahmed Hasan Yesuf Baga Gammadde Ilmoo Dhiiraa Dhiirti Dhiiruma Marqaan Dalachuuma Jedhuu Abbaa Gaarii Qabachuun Akkana Bakka Gaariidhan Nama Gaha
Ijoolleen Teenya Bu'aa Barnoota Beektuu Ilmaan Ofii Baratani Of Biira Darbani Biyyaaf Akka Tahanitti Dhaloota Qubee Seeran Omiisha Jiraan Alhamdulillahi KEJI 3 Tokkoffa Bahuudhan Gammachu Adda Taheen Eebbisisne Jirraa
Barnoota Malee Jijjiiramni Tokkolleen Hin Jiruu Ilmaan Yaa Barsiisnu