Obsaa Abdalla

Obsaa Abdalla Oddeeffanno Dhugaa wayita Qofa Tamsaa

19/11/2024
 Godina Hararghe Bahaa Aanaa Gooroo Muxittii Araddaa Burqaa Gammachuutti dhaabbanni Keer Itoophiyaa  solaara Bishaan dar...
14/10/2024


Godina Hararghe Bahaa Aanaa Gooroo Muxittii Araddaa Burqaa Gammachuutti dhaabbanni Keer Itoophiyaa solaara Bishaan darbu Qarshii Miliyoona 3 oli hojjachiisanii guyyaa har'aa eebbisiisan jiran irraa Hawaasa Abbaa Warraa 700 Ol Fayyadama gochuu himameera.


Over 700 households have benefited from the solar panels installed by Keer Ethiopia in Burqaa Gammachuu village of Goro Muti district in East Hararghe region.

Riiformii Gurmaa'iinsa Haaraatiin Hoggantooni Aanaalee Oromiyaa Abbaa Carraa Boqonnaa Kanaa Taatanii Bifa Haaraan Ramadd...
29/08/2024

Riiformii Gurmaa'iinsa Haaraatiin Hoggantooni Aanaalee Oromiyaa Abbaa Carraa Boqonnaa Kanaa Taatanii Bifa Haaraan Ramaddiin Isinii Kenname, Kan Bakkatti haftanis kan haaraa ol dhuftanis bara hojii gaarii isiniif haa ta'u.
Yeroo Itti Aanu Boqonnaa Haaraa Godhattani Kan Darbe Irraa Barattanii Tajaajila Ummani Isin Irraa Barbaadu Harka Qulqulluu, Gahumsaa Fi Kaka'umsa Cimaadhaan Akka Hojjetanu Ni Abdatamtu.
Dhimma Dhuunfaa Fi Faayidaa Dhuunfaaf Kan Eebbifamtanul Osoo Hin Taane Faayida Ummataa Fi Biyyaa Dursuun Ilaalchaa Fi Gochoota Badaa Biyya Keenya Miidhan Dhabamsiisuun Biyya jabduu Sirna Cimaadhaan Ijaaramte Uumuu keessatti gahee Leencaa Keessan Akka Bahattanu isin Irraa Eegama.
Jabaadhaa
Rabbi Isin Haa Gargaaru!!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

Indirizzo

Goro

Sito Web

Notifiche

Lasciando la tua email puoi essere il primo a sapere quando Obsaa Abdalla pubblica notizie e promozioni. Il tuo indirizzo email non verrà utilizzato per nessun altro scopo e potrai annullare l'iscrizione in qualsiasi momento.

Contatta L'azienda

Invia un messaggio a Obsaa Abdalla:

Condividi