23/11/2021
Waa Hunda Duraa Ofiif Bakka Laadhu Kan Sirraa Sitti Anu Wan Hin Jirreef *Of Beeki Kan Sirraa Sibeeku Wan Hin Jirreef _namni Kayyoo Ofi Beekuu Jalaalan Hin Kufu Kayyoo Galmaan Ga,uuf Kufa Malee @ Beekaa Jechuun Nama Dogonggora Ufii Ufittii Beekee Irraa Sirraa,eedha _ Lukan Qixxeesuf Kophe Muran Malee Kophen Qixxeessuf Luka Hin Muran " Moo,uu Jechuun Tokkofa Bahuu Qofa Osoo Hin Tane Jijjiiramas Agarsiisuudha # Barachuu Jechuun Barumsaa Keessa Darbuu Osoo Hin Tane Barumsi Nama Keessaa Darbuudha $ Barumsa Baratee Yoo Qoramtu Jireenyaa Immoo Qoramtee Barata * Namni Carraa Gaarii Qabu Osoo Bishaan Galanaa Keessati Darbaniiyyuu Qurxumii Afaaniti Qabate Keessaa Baha !! Dhalli Nama Wanata Haara Arganoodhan Yoo Uumu (Kalaqu) Kan Nama Gamachiisu Yoo Ta,u . Garuu Ufii Isaatii Kan Uumee Rabbii Isa Uume Yoo Dagatu Ykn Irraaffatu Immoo Kan Nama Gaddisiisuudha !! _ Jireenyaa Kee Foyyeesuudhaaf Yaalidhan Shaakala Ati Tasiftu Keessati Kufaatiiwwan Si Mudatan Kufaatii Osoo Hin Tane Akeektuu Galma Gahiinsa Yaalii Keetiiti !!