Musizim Mohammed

Musizim Mohammed to create new substance and develop the idea of chemical company

Warmest conratulations my little sister.Mashaa Allah Baga milkoofteAmmallee sihafa itti fufi Rabbi sihaa gargaaru. Namni...
07/27/2024

Warmest conratulations my little sister.Mashaa Allah Baga milkoofte
Ammallee sihafa itti fufi Rabbi sihaa gargaaru.
Namni maaliif akka baratuufii Eenyuuf akka baratu beynaan maal Akka baratus Beeka!!!

07/25/2024
Sirbi Artist Gootaa  “Eessaa Eessaa Jirta, Maaloo Kootu na walantaa” jedhu sana Barbaacha Lammaa Ilma Magarsaatiif akka ...
06/21/2024

Sirbi Artist Gootaa
“Eessaa Eessaa Jirta,
Maaloo Kootu na walantaa” jedhu sana Barbaacha Lammaa Ilma Magarsaatiif akka sirbee meeqa keessantu beeka?

Dr. kitaaba dibbisuu malee nutti dubbachuu diddee sagalee tee tan abdiin keessan namatti ifu erga dhabnee bubbullee jirra. Lammaa leenca gaafa xiiqii wayyaanee dura dhaabbatee qabsoo sabaatti makamuun Wayyaanen akka buqqaatu godhe. Ilma Sabaa iddoo jirtutti Nagaa sitti haa tahuu!

12/11/2022

"Qottoon Maal Nu Goote,
Kan Nu Fixe Jalluma Keenya"
Jedhe Mukti Jallaan!

Baga geessan!  jaalalaa, kan nagaafi tokkummaa nuuf haa ta’u!
10/01/2022

Baga geessan!

jaalalaa, kan nagaafi tokkummaa nuuf haa ta’u!

Maashaa allaah daa'imti waggaa Afurii pirezidaantii daa'imman Oromiyaa ta'uun muudamte tanaan baga gammadde jedhaani
09/28/2022

Maashaa allaah daa'imti waggaa Afurii pirezidaantii daa'imman Oromiyaa ta'uun muudamte tanaan baga gammadde jedhaani

09/25/2022

የአዲስ ቼምበር እጩ ፕሬዝደንት

መልዕክቱን ሼር በማድረግ አጋርነታችንን እናሳየው

አዲስ ቼምበርን በፕሬዝደንትነት ለመምራት እየተወዳደረ ለሚገኘው ወንድማችን ኤዳኦ አብዲ መልካም እድል እንዲገጥመው እንመኛለን::

ወንድማችን Edao Abdi Wosho ይህን መልዕክት አስተላልፏል::

"የአዲስ አበባ ንግድና ዘርፍ ማህበራት ምክር ቤት 16ኛ ጉባኤውን ሀሙስ መስከረም 12,2015 ያካሄዳል:: ሀገራዊ ንግድንና ቀጠናዊ ትብብርን: ወቅቱ የሚጠየቀውን የንግድ ሳይንስና አመራር በመጠቀም የንግዱን ማህበረሰብ በሚመጥን ብቃት ለማገልገል በቂ የንግድና ቀጠናዊ ዕውቀት ይዘን ውድድር ላይ ነን::" ብሏል

ይህ ተቋም ንግዱ ማህበረሰብን የሚወክል ሲሆን በዚህ ዘርፍ ላይ አብዛኛው ህዝበ ሙስሊም ተሳታፊ ነው:: ሙስሊሙ ማህበረሰብ በንግድ ስራ ላይ መሳተፍ ብቻ ሳይሆን የሚወክለውን ተቋምም በብቃት ሊመሩ የሚችሉ ብቁ ሰዎች አሉት::

በንግዱ አለም ስኬታማ የሆኑ እንዳሉ ሁሉ በተቋም አመራርም ክህሎቱ እና ብቃቱ ያላቸው ሙስሊሞች ሞልተዋል:: ይህን በተግባር ለማረጋገጥ ወንድማችን ኢዳኦ አብዲ ሁሉንም የንግዱ ማህበረሰብን በእኩል ለማገልገል እና ተቋሙን ትልቅ ደረጃ ለማድረስ "የአዲስ አበባ ንግድና ዘርፍ ማህበራት ምክር ቤትን በፕሬዝዳንትነት ለመምራት እየተወዳደረ ይገኛል::

ወንድማችን ኢዳኦ አብዲ የኢዳኦ ኢንተርናሽናል ትሬዲንግ ባለቤት እና ስራ አስኪያጅ ሲሆን በማኑፋክቸሪግ እና በግብርና ዘርፍ ተሰማርቶ የሚገኝ ለበርካቶች የስራ እድል የፈጠረ ኢትዮጵያዊ ነው::

የአዲስ ቼምበር የጠቅላላ ጉባኤ አባላትም የወንድማችን ኢዳኦን ያዳበረውን የንግድ ሳይንስ እና አመራር ጥበብ ከግምት ውስጥ በማስገባት የንግዱ ማህበረሰብን የሚመጥን አመራር ይኖር ዘንድ ምርጫችሁ ታደርጉት ዘንድ መልዕክታችን ነው::

የአዲስ አበባ ንግድና ዘርፍ ማህበራት ምክር ቤት 16ኛ ጉባኤውን ሀሙስ መስከረም 12,2015 የሚካሄድ ሲሆን በዚሁ ጠቅላላ ጉባኤ ምርጫው ተካሂዶ ወንድማችን ኤዳኦ አብዲም ምኞቱ ተሳክቶ ተቋሙን በብቃት ለመምራት ይበቃ ዘንድ አላህ ያግዘው ዘንድ ዱዓችን ነው::

መልካም እድል ለወንድማችን

መልዕክቱን ሼር በማድረግ አጋርነታችንን እናሳየው

"Baga jala bultii Ayyaana Irreechaa kan bara 2022/2015tiin isin gahe"Birraan abdiifi jaalala akkasumas gammachuufi milka...
09/25/2022

"Baga jala bultii Ayyaana Irreechaa kan bara 2022/2015tiin isin gahe"

Birraan abdiifi jaalala akkasumas gammachuufi milkaa'ina fidee dhufa. Oromoon ayyaana Irreechaa sirnaaf qaba. Kanaafuu, Ayyaanota kamiyyuu milkaa'ina irraa argachuuf kabajata jechuudha. Ganna roobni yandisee dhoqqeen bu'ee, laggeen guutanii walitti cehuu nama dhorku. Oromoodhaaf ammoo wal argaa caalaa wanti bu'aa buusu hin jiru. Yoo wal arganii wal gahan dhimma sabaa mari'atu waan ta'eef wal argaa ganni gufachiise abdii birraan eeggatu.

Irreechi irree Oromooti. Kana jechuun ammoo waan irree nutti jabaatte nurraa laaffisee diinarra nu aansuun milkiitti nu baasa jedhee waan amanuufi. Sirnaan taanan dhuguma Oromoon irreen isaa jabaadha. Jabaatee waan yaade galmaan gahatee bu'aa dhamaatii isaa dhamdhamata. Jaalalaafi tokkummaan ilmaan isaa gidduutti dagaageetu biyya abbaa isaarratti abbaa ta'ee qananiin jiraata! Irreechatu milkii saniin nu gahaaf malkaatti bahanii ayyaaneffatu!

Ammas irra deebiin jala bultii Baga Ayyaana Irreechatiin isin gahe!

Ayyaana gaarii!

Ajab hojjii baranaa.hiriyaa Koo tokkoo na bilbillee na kolfisisee akkas jedhee." waajjiraa MMA kofalee Kan saanduqa kees...
08/08/2022

Ajab hojjii baranaa.hiriyaa Koo tokkoo na bilbillee na kolfisisee akkas jedhee." waajjiraa MMA kofalee Kan saanduqa keessaa baajata marmaartuufi of eegannoo mindaa hojjataa ji'aa tokkoo of duraa hin qabneef mindaa hojjatootaayuu saanduqa Aanaa biroo ykn fandii miti mootummaa ykn NGO irraa liqqeeffaatee kafalu akkamitti madaalamee waajjiraa hojjii gaarii hojjaate jedhamee beekkamtiif geeba kennamuuf na galuu diddee na gaafadhu nan jedhee.Tarii worroota ykn qaama beekkamtii kana kennuu qarshii qircuun yoo hojjii gaarii hojjaatee malee madaalima kamiinu beekkamtiifi geeba cinaa dhaabachuu hin qabu turee" nan jedhee.anille kunoo dhaamsa isaa uummataa bal'aaf geesseera

04/04/2022

Qophii caayaa jedhuu kan hara live darbee tokkoorraatti Gaazexeessaan OBN Fisahan kan jedhamuu kantiibaa magaalaa shashamannee obboo Woshoo kadiir sagaliif tokkoon mo'aattee.keessaattu gaaffiin waee lafaaf manneen waliin jireenyaa irraatti gaafatee baayee natti toleera.haaluma kanan sitti ha baratu jennaa.

12/17/2021

Yeroo biyya Koon jiru barsiistuu keemistirii ture.Carraa ta'ee osoo MA Koo univarsiitti Ambootti fudhachaan jiru DV n Ameerikaa naf bahe.Turtii yeroo murasan booda Imallii Koo gara Ameerikaa atlanta ta'e.haata'0uu malee carroomni Koo jireenyaa harawaa jireenya qophumaa na eegalsise.maatiikoo,hiriyootaa Koo,barattootaa Koo mana barumsaa sad 2ffaa fi barsiisoota Koo univarsiitti Amboo dhiisee deemuuf carroome.Osoo jireenyi biyya ormaa akkaas se'ee hiyyummaadhan barsiisummaa Koo itti fufee jiraadhe maalqaba na jechisisaa.Hacceen "jiruun biyya ormaa maal jireenyaa miti" jedhee osoo hattuun Isa hin nyaatiini dura.waamalee jennee inniis anis

Address

Atlanta, GA

Telephone

+17152639324

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Musizim Mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Musizim Mohammed:

Share