Te M Tube

Te M Tube You gate all in one

03/30/2021

Namni tokko akka waan hunda hin beekne qofa yoo of hubate, sun sadarkaa ol'aanaa beekumsa isaati.
👇👇👇👇share&Join the channel👇Te M Tube 👈

Qabxiin seensa yuunivarsiitii olaanaan kan bara kanaa 669 ta'uun galmaa'ee jira.Barattoonni 702 qabxii 600 olii yommuu g...
03/29/2021

Qabxiin seensa yuunivarsiitii olaanaan kan bara kanaa 669 ta'uun galmaa'ee jira.

Barattoonni 702 qabxii 600 olii yommuu galmeesisan. Barattoonni parsantiin 55.7 qabxii 350 olii galmeesisuu ministeerri barnootaa beeksisee jira.

Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa guyyaa boru ykn har’aa ni ifooma jedhamee eegama.

Barattoonni har’a yookaan guyyaa boruu irraa eegalanii bu’aa qormaata isaanii karaa ergaa gabaabaa 8181 beekuu kan danda’an ta’uu ibsaniiru.

Address

New York, NY

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Te M Tube posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Te M Tube:

Share