Egeree Construction

Egeree Construction Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Egeree Construction, Construction Company, HARARGE, Harer.

Building Dreams, Designing Futures

๐Ÿ  Specializing in residential and building construction
๐Ÿ“ Expert site planning
๐Ÿ“Š BoQ services for clear cost management

12/01/2026

Abbaa abdii ๐Ÿ˜ƒ๐Ÿ˜ƒ๐Ÿ˜ƒ๐Ÿ˜ƒ

10/01/2026

FINFIINEE (ADIS ABABA) Looks like ๐Ÿ‘

10/01/2026

10/01/2026

๐Ÿ‘‰Bufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu yeroo xumuramu kana fakkaataโค

๐Ÿ‘‰แŒแŠ•แ‰ฃแ‰ณแ‹ แ‹จแ‰ฐแŒ€แˆ˜แˆจแ‹ แ‹จแ‰ขแˆพแแ‰ฑ แ‹“แˆˆแˆ แŠ แ‰€แ แŠ แ‹แˆฎแ•แˆ‹แŠ• แˆ›แˆจแŠแ‹ซ แˆฒแŒ แŠ“แ‰€แ‰… แ‹ญแˆ…แŠ• แ‹ญแˆ˜แˆตแˆ‹แˆโค

This is what the Bishoftu International Airport looks like when it is completed, the construction of which has begun โค

Ethiopia started Construction of Mega project of Ethiopia International Airport At Bishooftuu Town.
10/01/2026

Ethiopia started Construction of Mega project of Ethiopia International Airport At Bishooftuu Town.

09/01/2026

"Keneniin mana keessatti duute jennee amanna. ... Reeffa ishee baneen qaama ishee irratti caccabni, dhiigas ta'e miidhaan biroo akka hin jirre arge! " - Lemma Adugna (obboleessa)

Du'a Keneni Adugna ilaalchisee viidiyoo dhiheenya kana posti Andualem gadhiise irratti kan tuqaman obbolaan Keneni deebii kennaniiru.

Maqaawwan kaafaman keessaa tokko obboleessa quxisuu Keneni Adugna Liben Adugna kan isaan waliin mana tokko keessa jiraatudha.

Keneni Adugna suuraa bilbila ishee irraa qooddee irra deddeebiin reebamuu ishee, akkasumas irra deddeebiin garaa fi onnee ishee irratti reebamuu isheetiin qorannoo dhala dhabuu isheef sababa ta'e jedha.

Liben obboleettiin isaa Keneni fi Andualem yeroo gabaabaaf waliin jiraachaa akka turan, akkasumas guyyaa dhaloota ishee irratti yeroo jalqabaaf reebamuu ishee ibseera.

Boodarra Keeneeniin suuraa bilbila ishee irraa harki ishee cabee Fashaadhan hidhame agarsiisu qooddeetti.

09/01/2026

"Keneniin mana keessatti duute jennee amanna. ... Reeffa ishee baneen qaama ishee irratti caccabni, dhiigas ta'e miidhaan biroo akka hin jirre arge! " - Lemma Adugna (obboleessa)

Du'a Keneni Adugna ilaalchisee viidiyoo dhiheenya kana posti Andualem gadhiise irratti kan tuqaman obbolaan Keneni deebii kennaniiru.

Maqaawwan kaafaman keessaa tokko obboleessa quxisuu Keneni Adugna Liben Adugna kan isaan waliin mana tokko keessa jiraatudha.

Keneni Adugna suuraa bilbila ishee irraa qooddee irra deddeebiin reebamuu ishee, akkasumas irra deddeebiin garaa fi onnee ishee irratti reebamuu isheetiin qorannoo dhala dhabuu isheef sababa ta'e jedha.

Liben obboleettiin isaa Keneni fi Andualem yeroo gabaabaaf waliin jiraachaa akka turan, akkasumas guyyaa dhaloota ishee irratti yeroo jalqabaaf reebamuu ishee ibseera.

Boodarra Keeneeniin suuraa bilbila ishee irraa harki ishee cabee Fashaadhan hidhame agarsiisu qooddeetti. .......

29/11/2025
29/11/2025

History can be reached โ™ป๏ธ

DESIGN AND URBAN CONSTRUCTION BUILDING
28/10/2025

DESIGN AND URBAN CONSTRUCTION BUILDING

Address

HARARGE
Harer
0000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Egeree Construction posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Egeree Construction:

Share